Posts

#Jamaa Negus(muhammad shaafii ibn muhammad xaahir)

Image
Sheeka jamaa Nugus( muhammad shaafi ibn muhammad xaahir) /makin sultan wallo/ kitaaba Abbaa- hagaa/  walloo naannoo albukkoo irraa heedduu kan hin fagaanne irratti argamti ." Jamaa Nugus) achi jaalalli aja'ibaatu jira ..Sheekni guddaan jamaa nugus  sheh muhammad shaafii muhammad xaahir bara 17 35_ 17 98)  keessatti sheeka jaalatamoof abbaa hadraa Aalima cimoo turani. Yeroo waa kennan olii gad hin jedhan waa kennuu jaalatu harki saanii waa kennuu waa sadaqachuu jaalatu.  Yeroo waa kennan gammadan turani. Yeroo nama gorsan afaan isaanii damma ture amalli isaanii adda rabbiin kennaa addaa kenneefi ture jedhama. Sheh muhammad shaafin abbaa jaalala jedhamu turani. Jireenya isaani keessatti hirriiba hin jaalatan turan. xiqqoo shalab jedhanii baayyee zikrii godhu ture.  Guyyaa nii barsiisu ture halkan nii abbadu.duulas duulchisaa turani ( Aanaa torba irraa loltoota walitti bahan akka qabaacha turan profesar hussen nii dubbatu)  halkan guutuu zikriitti fayyadamu, q...

#Eela doddotaa

Image
''Eela Doddotaa'' Eelli doddotaa walloo goodina saba oromoo Aanaa baatee ganda doddota jedhamutti argama. Eelli doddotaa bishaan dhugaatii namaatif horii ta,uudhaan baroota dheeraa fayyadaa tureedha.seenaan eela kanaa bara 1762 AlH tti bara 250 akka harraa tilmaamamun. sheeka sheekowwan Sheh Hashim Bin idiris Bin Yusuf Bin Yaasin Bin Umar Bin Gaangul Bin ibbiyye Bin walee Bin Abbaa seeruu Ibn Abbaa gatiyye irraa kan dhalatan Yeejjuu irraa dhufanii ganda doddota jedhamtu qabatanii lafa dhakku jedhamu hanga ceeffii Qaadummaan sheekummaan bulchaa turantu_Eeboo isaanitin bishaan Eela Doddotaa baasanii hanga ammaatti bonaaf ganna ummanni ganda doddotaa ittiin fayyadamaa tureedha amaas fayyadamaa jiru. Eelli kun baroota hanganaa kana turee faayidaa ummataaf laachuun isaa waan addaati.Eelli kun akka maanguddoonni biyyaa  dubbatanitti Sheh Hashim waliyyi rabbii turani.baayyee Aalima sheekni akka isaanii jaboon gootni jaalatamoo kabajamoon hin jiru ture. Yoo du,aa godhan du,aan ...

# Hortee ka,umsa oromoo

Image
  HORTEE KUUSH Dhalli namaa eegaa gara ardii lafaa dhufe waggoota hedduu lakkoofsiseeti jira.Dhala namaa ardii lafarratti uumaman keessaa tokko hidda dhaloota warra kuushiti. Ummanni kuush baayyinaan baha afrikaatti argamus, dhufaatin isaa kaaba Afrikaa akka tahe ragaaleen dachii irratti mul'atan ni mirkaneessani. Kuushonni Kunis akkuma babal'achaa dhufaniin kalaqaalee garaa garaa tan ardii lafaa irratti addunyaan ajaa'ibsiifattu tolchanii fakkeenya qarooma addunyaa akka tahan wal nama hin gaafachiisu.Ummanni Oromootis qomoo warra kuushotaa keessaa qomoo bal'aafi  beekkamaadha.Baha Afrikaa keessatti baayyinaanis tahee sirnaan, hanbaalee seenaa qabaachuunis ummata beekkamuudha kushotni kunneen. Ummanni Oromoo sirna gadaa addunyaaf fakkeenya tahee fi hundee dimookraasi addunyaa tahes qaba. Sirni gadaa warra kuushotaa Baha Afrikaa qofa odoon taane hamma Kaaba  Afrikaa bulchaa akka ture ragaaleen hayyootaa ni mirkaneessa. Siidaaleen,hanbaaleen sirna kuushotaatin wal fakkaat...

# ODAA WALLOO

Image
  # ካረ ከሎ ኦዳ/ ODA KAARRA KALO ******************************* የኦዳ ካረ ከሎ ጉዳይ ይህ የምትመለከቱት ጉዙፍ እና ታሪካዊ ኦዳ (ዋርካ) በወሎ ከሚሴ በዋናው አስፖልት በትልቁ መስጊድ እና በኦሲስ ሆቴል መካከል ባለው ቅያስ መንገድ  "#ካረ_ከሎ" ተብሎ በሚጠራው አከባቢ ይገኛል። በከሚሴ ከተማ ይህንን መሰል ታሪካዊ ኦዳዎች ያሉ ሲሆን ለአብነትም ሐሙስ ገበያ ቅቤ ተራ፣ ሰዳሳ አንደኛ ደረጃ ት/ቤት ግቢ፣ እንዲሁም በእንክብካቤ ጉድለት በቅርብ ጊዜ ደርቆ የጠፋው ጫት ተራ የነበረው ኦዳ ይጠቀሳሉ ። በነገራችን ላይ ጫት ተራ በነበረው ኦዳ ላይ ነበር አጼ ሐይለስላሴ ጀግናውን የኦሮሞ ታጋይና መሪ " ሐሰን አሜ ዘራፋን በግፍ ሰቅሎ የገደለው ። "#ኦዳ_ገራዶ"ን ጨምሮ ሁሉም ከወሎ ኦሮሞዎች ጋር በተያያዘ ታሪክ አላቸው ። ለወደፊት ስለ ሁሉም ሰፋ ያለ ጹሁፍ ለማቅረብ እሞክራለሁ ። አሁን ግን ወደ ዋናው አጀንዳዬ ልመለስ። ከታች በምስሉ ላይ የምታዩት ኦዳ ጥንት የወሎ ኦሮሞዎች ተሰባስበው የሚመክሩበት ፣የተጣላ የሚታረቅበት፣ ያጠፋ በነበረው ህግ መሰረት የሚቀጣበት፣ ድርቅ ሲከሰት ወዳጃ ተቀምጠው ዱአ የሚደረግበት የህዝብ መገናኛ (ፖርላማ) ነበር ። እስከ ቅርብ ጊዜ ድረስ ለህዝብ አገልግሎት ሲሰጥ እንደነበር ሁላችንም የምናስታውሰው ትዝታ ነው።ከ27 አመት በፊት መስጊዱ ሲከለል በርካቶች ኦዳው እንዲካተት ጠይቀው ነበር። ምክንያቱም ከኦዳው ጎን የሙስሊሞች ቀብር ስለነበር ። የሆነው ሇኖ ይህንን ታሪካዊ ቦታ በልማት ስም ድራሹን ለማጥፍት የተለያዩ ሙከራዎች ተደርገዋል። አንዳንዶችም በድፍረት የኛ ነው ይገባናል መንግስት ሰጥቶናል በማለት በዘመዶቻቸው በኩል ያሰሩትን ወረቀት በመያዝ ጠበቃ ይዘው ሲሟገቱ ታይተ...