Posts

Showing posts from January, 2023

#Jamaa Negus(muhammad shaafii ibn muhammad xaahir)

Image
Sheeka jamaa Nugus( muhammad shaafi ibn muhammad xaahir) /makin sultan wallo/ kitaaba Abbaa- hagaa/  walloo naannoo albukkoo irraa heedduu kan hin fagaanne irratti argamti ." Jamaa Nugus) achi jaalalli aja'ibaatu jira ..Sheekni guddaan jamaa nugus  sheh muhammad shaafii muhammad xaahir bara 17 35_ 17 98)  keessatti sheeka jaalatamoof abbaa hadraa Aalima cimoo turani. Yeroo waa kennan olii gad hin jedhan waa kennuu jaalatu harki saanii waa kennuu waa sadaqachuu jaalatu.  Yeroo waa kennan gammadan turani. Yeroo nama gorsan afaan isaanii damma ture amalli isaanii adda rabbiin kennaa addaa kenneefi ture jedhama. Sheh muhammad shaafin abbaa jaalala jedhamu turani. Jireenya isaani keessatti hirriiba hin jaalatan turan. xiqqoo shalab jedhanii baayyee zikrii godhu ture.  Guyyaa nii barsiisu ture halkan nii abbadu.duulas duulchisaa turani ( Aanaa torba irraa loltoota walitti bahan akka qabaacha turan profesar hussen nii dubbatu)  halkan guutuu zikriitti fayyadamu, q...